kalimah.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

joorji abbu – tirrii sirna aalaamaa كلمات اغاني

Loading...

dhaqa birraa
booji’ee gale dunaatu sirbe gamarra
dhabe sirraa
dhiigaafi lafee biyyootti dachaase sirraa
rabbi sirraa
roobatu tola roobiitu lola diina
cabe cubbuun
anatu dhufe odaan baala raasa

ee burree qeerransa moggaasani
ee biyyaa maqaakee ol kaasani
dubbii hirphaa sunsumni mataa lama

sirba tirrii tirrii sirna aalama

qabattuu lafaa
lafa namaan in hawwaatamaa?
aadamaan kan gadaati’oo yaa’ll boora’oo

haatikoo suma

haadha namaan in hawwaatamaa?
aadamaan kan gadaati’oo yaa’ll boora’oo
aadamaan kan gadaati’oo yaa’ll boora’oo

gali milkin
(gali milkiin toleera’uu
tole milkiin galleerra’uu
tole milkiin galleerra uumaa jala’uu)
kunis sirbaan
(kunis sirbaan jettee haati
duuti biyyaaf jettee ati
duuti biyyaaf jette haati t__tti)

dhaqa birraa
booji’ee gale dunaatu sirbe gamarra
dhabe sirraa
dhiigaafi lafee biyyootti dachaase sirraa

galte milkiin
geerarree galle geerarsi aadaa tiyya
maqaa ta’ee
gurrikee ba’ee ulfaate maqaa waldarbiin

yaa jabbii maqaankee gadaa cabse
ce’e qalbii dhuga ankee maraa ibsi
dubbii hirphaa sunsumni mataa lama
sirba tirrii tirrii sirna aalama

baalatu lafaa
lafa namaan in hawwaatama?
aadamaan kan gadaati’oo yaaii boora’o

fallikoo kana
naa ife iccitnikoo banaa
ee mirga tole baatitee jette haatikee
ee mirga tole baattitee jette haatikee
gali milkiin
(gali milkiin toleera’uu
tole milkiin galleerra’uu
tole milkiin galleerra uumaa jala’uu)

kunis sirbaan
(kunis sirbaan jettee haati
duuti biyyaaf jettee ati
duuti biyyaaf jette haati t__tti)

كلمات أغنية عشوائية

اهم الاغاني لهذا الاسبوع

Loading...