hachalu hundessa – maal mallisaa كلمات اغاني
oohoo
oohoo oofan oo haadha biyyaa
oohoo oofan oo abbaa biyyaa
oohoo oofan oo barataa koo
oohoo oofan oo barattuu koo
oohoo oofan oo qotee bulaa
oohoo oofan oo …
karaa baay’ee qabnaa
yoom nu dhibee karaan irra deemnuu
silaa inuma deemnaa numa deemnaa
maaliif galma hin geenyuu
karaan nu qabemoo
garaa dhalaa maaf gahuu dadhabnee
duunee gumaa dhabnee
lammii koo ammahoo nuu game
roorroon nutti hammaattee
sabakoo ammahoo nuu gamee
duunee gumaa dhabnee
lammiikoo ammahoo nuu gamee
akka waan lollee lolchiisuu
tasumaa hin dandeenyee
akka diina lollee ufirraa
qolachuu dadhabnee
garaa laafnee buluu keenyaan
diinaaf salphaa taanee
jaarraa tokkoof du’aa turree
kunoo har’as duunee
maal mallisaa
maal mallisaa
maal yaa mallisaa
maal mallisaa
maal mallisaa
maal mee mallisaa
tokko hin du’aa
tokko hin ajjeesisaa
dhufaa darbaa
nuhiin numaan cabsaa
keenya ammallee sanuma saneensaa
maal mallisaa keenya maal mallisaa
karaa baay’ee qabnaa
yoom nu dhibee karaan irra deemnuu
silaa inuma deemnaa numa deemnaa
maaliif galma hin geenyuu
karaan nu qabemoo
garaa dhalaa maaf gahuu dadhabnee
duunee gumaa dhabnee
lammii koo ammahoo nuu game
roorroon nutti hammaattee
lammiikoo ammahoo nuu gamee
duunee gumaa dhabnee
lammiikoo ammahoo nuu gamee
hayyuuf goota meeqa arjoomnee
kunoo har’a geenyee
aanoleef calanqoorra tarraan
bishooftuutti raajii taanee
garaa laafnee buluu keenyaan
diinaaf salphaa taanee
woggaa dhibbaaf du’aa turree
kunoo har’as duunee
maal mallisaa
maal mallisaa
maal yaa mallisaa
maal mallisaa
maal mallisaa
maal mee mallisaa
tokko hin du’aa
tokko hin ajjeesisaa
dhufaa darbaa
nuhiin numaan cabsaa
keenya ammallee sanuma saneensaa
maal mallisaa keenya maal mallisaa
maal mallisaa
maal mallisaa
maal yaa mallisaa
maal mallisaa
maal mallisaa
maal mee mallisaa
harargeen mancaa qarraanii
harargeen mancaa qarraan
jidda farda leenjisee
roorroon daangaa dabarraan
qeerroon falma murteessee…
qeerroon falma murteessee
addaggeen safuu hin beektuu…
addaggeen safuu hin beektuu
addarra dhaaban malee
falmadhu qeerroo sumaa abdiin sabaa yoomillee
saniif bar shororkaa’u kanaaf garaa jabaatu
irreef humna qabaniin ijibbaata falmatu
siin miti farda keeyyuu hin beeku bareechanii
gaafa gaarreen adawaa gaafa maqalee sanii
qopheessimee yaa abbaa daamaa yaa abbaa daalee yaa abbaa shaanqoo
ol seeni farda kee qopheessi
eebookee qarii sororsi
gaachana fannoorraa buusi
roorroo didee sirra m_rs_
maaliif duuta mana teessee?
alaa eegaa hin abjootin
abjuu hin taanee
kaafadhu farda keen falmii
araat kiiloof situ aanee
alaa eegaa hin abjootin
abjuu hin taanee, ka’ii
kaafadhu farda keen falmii
araat kiiloof situ aanee
alaa eegaa hin abjootin
abjuu hin taanee
kaafadhu mancaa keen lolii
araat kiiloof situ aanee
alaa eegaa hin abjootin
abjuu hin taanee, ka’ii
kaafadhu farda keen falmii
araat kiiloof situ aanee
alaa eegaa hin abjootin
abjuu hin taanee
kaafadhu farda keen falmii
araat kiiloof situ aanee
alaa eegaa hin abjootin
abjuu hin taanee, ka’ii
kaafadhu farda keen falmii
araat kiiloof situ aanee
alaa eegaa hin abjootin
abjuu hin taanee
kaafadhu mancaa keen lolii
araat kiiloof situ aanee
alaa eegaa hin abjootin
abjuu hin taanee, ka’ii
kaafadhu farda keen falmii
araat kiiloof situ aanee
كلمات أغنية عشوائية
- 松田聖子 seiko matsuda › 松田聖子 (seiko matsuda) – 白い恋人 (shiroi koibito) كلمات اغاني
- psiren › psiren – all for one كلمات اغاني
- gemini reddy › gemini & reddy – 압구정 로데오 (rodeo) كلمات اغاني
- abstract › abstract – 401 كلمات اغاني
- juno songs › juno songs – snowgrave neo (giga spamton theme) with كلمات اغاني
- liar thief bandit › liar thief bandit – harm reduction كلمات اغاني
- cocomelon › cocomelon – toy balloon car race كلمات اغاني
- ind1go › ind1go – bitcoin (snippet) كلمات اغاني
- yokay › yokay – asche zu feuer كلمات اغاني
- two white cranes › two white cranes – acraman’s road كلمات اغاني