kalimah.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

haacaaluu hundessaa – ajaa’iba كلمات اغاني

Loading...

ajaa’ ajaa’iba mee nama too
xinnaa guddaanis waa martuu
obsi koo obsi koo naafuu raajii dha
otoon miidhamuun jiraadha
obsi koo naafuu raajii dha
otoon miidhamuun jiraadha

jaalalti anaaf haaraa dha
kanaaf keessi koo miidhame
natti hin murteessin yaa jamaa
furmaata dhabee rakkame
beekaa na miiti isheenoo
moo’amuu kiyya hubbatte
akkan hin dandeenye garaan koo
hin beekti kanaaf roorrifte

ana gaabba moo ishii gaabba
wanti hundi silaa ni darbaa
garaa naaf kenne ishiif kenne
waanuma yaanni ishii gootu
otuman laalee maal qaba?

(isheen silaa) maal rakkattee
(isheen silaa) hin qoosti hoo!
(isheen silaa) jaalatamtuu
(isheen silaa) hin boonti hoo!
(isheen silaa) maal rakkattee
(isheen silaa) hin qoosti hoo
(isheen silaa) jaalatamtuu
(isheen silaa) hin boonti hoo
(isheen silaa isheen silaa)
hin qoosti hoo
(isheen silaa isheen silaa)
hin boonti hoo
ajaa’ ajaa’iba mee nama too
xinnaa guddaanis waa martuu
obsi koo obsikoo naafuu raajii dha
otoon miidhamuun jiraadha
obsi koo naafuu raajii dha
otoon miidhamuun jiraadha

lakkii mee lakkii mee
lakkii gocha kee kanas hubadhu
an sirraa citee hafuu dhaaf
garaa koo didee maal godhu?
jiruun dachee kuni furiidha
gaaf_sana gaaffii hin hanqattu
xuruurfata boossa sitti hime
gumaan miskiinaa hin haftu

ana gaabba moo situ gaabba
wanti hundi silaa ni darba
garaa naaf kenne siif kenne
waanuma yaannii si gootu
otuman laalee maal qaba?

(ati silaa) maal rakkatte
(ati silaa) hin qoosta hoo!
(ati silaa) jaalatamtuu
(ati silaa) hin boonta hoo!
(ati silaa) maal rakkatte
(ati silaa) hin qoosta hoo
(ati silaa) jaalatamtuu
(ati silaa) hin boonta hoo
(ati silaa ati silaa)
hin qoosta hoo
(ati silaa ati silaa)
hin boonta hoo!

كلمات أغنية عشوائية

اهم الاغاني لهذا الاسبوع

Loading...