eskindir tamiru – shillalaa shii كلمات اغاني
oho eee yaa jaldeessa ammayyaa suuta suuta allayyaa
(oho eee yaa jaldeessa ammayyaa suuta suuta allayyaa)
oho eee yaa dammallashi jalqabdemmoo sillalaa shii
(yaa dammallashi jalqabdemmoo qarartoo shii)
ani aree hin beeku ari aari nagodha
(ani aree hin beeku ari aari nagodha)
boombi boombi boonbiin gara hin bawuu kan bokeke haa fanaduu
(boonbiin gara hin bawuu kan bokeke haa fanaddauu)
asham ashamiin dhalate yookana gadheen malatee
(asham ashamiin dhalate yookana gadheen malatee)
asham ashamiin taphannaa imala tolii qabannaa
(asham ashamiin taphannaa imala tolii qabannaa)
(asham asham) yaa goota koo
(asham asham) yaa korma koo
(asham asham) yaa abbaa ulee
(asham asham) yaa goota koo
(asham asham) wal unkuree
(asham asham) yaa korma koo
(asham asham)
asham ashamin kanumaa
kan warra cirrii sana furmaanni numaa
(asham ashamin kanumaa kan warra cirrii sana furmaanni numaa)
asham ashamin feetaa idduu karchalle buutaa
(asham ashamin feetaa idduu karchalle buutaa)
ebisha eboo (eeboo)
ebisha eboo (eeboo)
osoon si gargaare (eeboo)
atoona jibbitaa (eeboo)
akka lota saambe (eeboo)
an qacceen firrisaa (eeboo)
diina kee lafarraa (eeboo)
haxaayeetan fixaa (eeboo)
eeboo caammaa sharaa sharaan daara haraa
yaa abdaari yaa abdaarii komboo ko eegi adaraa
ebisha eboo (eeboo)
ebisha eboo (eeboo)
atuu goota deessee (eeboo)
maaf hin lammeesine (eeboo)
atuu gantuu deessee (eeboo)
akka phuuphaa lukkuu (eeboo)
maa hin jamseessinee (eeboo)
maa hin ajeessine (eeboo)
eeboo caammaa sharaa sharaan daara haraa
yaa abdaari yaa abdaarii komboo ko eegi adaraa
akka itti ijaaran qorqooro (akka itti ijaaran qorqooro)
kambaa kambaa godhaniitii (kambaa kambaa godhaniitii)
akka itti dhoowwatan roorroo (akka itti dhoowwatan roorroo)
kambaa kambaa godhaniitii (kambaa kambaa godhaniitii)
daamee tiyyaa daamee tiyyaa
yaa abba fardaa
naatoo qabdaa
baala shaashii
maal abbaashii
maal abbaashii (uruum)
uruum godhikaa
uruum uruum godhikaa
uruum uruum godhikaa
eessaa eessaa dhufee kan bookkisu kun
(boroona gujiirraa dhufee kan bookkisu kuninii)
qeerrensaa hin miichani eessaa dhufee kan bookkisu kun
(gindoorra jimmarraa dhufee kan bookkisu kunii)
buraan burree talaa eessaa dhufee kan bookkisu kun
(wallagaa shawaarra dhufee kan bookkisu kunii)
goota irra hin dheessanii eessaa dhufee kan bookkisu kun
(arsi irraa baaleeraa dhufee kan bookkisu kunii)
mariifkomii ta’a eessaa dhufee kan bookkisu kun
(tuulamaa maccaarra dhufee kan bookkisu kunii)
(oromiyaa oromiyaa dhufee kan bookkisu kunii)
(oromiyaa oromiyaa dhufee kan bookkisu kunii)
(oromiyaa oromiyaa)
(oromiyaa oromiyaa)
(oromiyaa oromiyaa)
(oromiyaa dhufee kan bookkisu kunii)
كلمات أغنية عشوائية
- ruzzi ft ed maverick › ruzzi ft ed maverick – cuando كلمات اغاني
- tony lucca › tony lucca – melancholy collar (demo) كلمات اغاني
- ian skelly › ian skelly – i see you كلمات اغاني
- foscor › foscor – de marges i matinades كلمات اغاني
- merle haggard › merle haggard – this world is not my home كلمات اغاني
- green leen › green leen – love story كلمات اغاني
- beabadoobee › beabadoobee – sorry (alternate edit) كلمات اغاني
- децл detsl aka le truk › децл (detsl aka le truk) – my own song كلمات اغاني
- shion miyawaki › shion miyawaki – 坂道 (sakamichi) كلمات اغاني
- oklou › oklou – another night كلمات اغاني