kalimah.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

ebbisaa addunyaa – abo wbo كلمات اغاني

Loading...

ebbisaa addunyaa _ abo wbo _ lyrics

hibbo?

hibib!

kallacha qabsoo uummata oromooti?

abo!

falaxaa falaxxa muka hin soofanii
alagaaf alagaaf hin gabroomnii

falaxaa falaxxa muka hin soofuuree?

alagaaf alagaaf hin gabroomuuree?

haraa ijolle keenyaa hin gadhoomanii

alagaaf alagaaf hin gabroomanii

yookaan du’u malee hin gabroomanii

alagaaf alagaaf hin gabroomanii

akka taaddasaafaa yoo jagnoomanii

alagaaf alagaaf hin gabroomanii

akka goobanaafa hin gabroomuuree?

alagaaf alagaaf hin gabroomuuree?

tokk_mman ka’anii yoo jabaatanii

alagaaf alagaaf hin gabroomanii
aarsaa kaffalanii yoo qabsaa’anii

alagaaf alagaaf hin gabroomanii

falaxaa falaxxa muka hin soofuuree?

alagaaf alagaaf hin gabroomuuree?

abo!!

wbo koo!

abo!!

wbo koo!

abo!!

wbo koo!

siifan lolaa uummataa narra hin gortuu?

siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

siifan lolaa uummataa narra hin gortuu?
siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

dargaggoon oromoo kaatee bosona hin galtuu?

siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

ijoolleen booranaa uummataa narra hin gortuu?

siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

ilmaan baareentumaa maal kaatee narra hin gortuu?

siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

gumaa ijoollee keetii kaateebosona hin galtuu?

siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

ka’een fardaan lolaa uummataa narra hin galtuu?

siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

siifan lolaa uummataa narra hin gortuu?

siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

siifan lolaa uummataa narra hin gortuu?

siifan lolla oromoo narra hin gortuu?

eenyu isheen eenyuisheen daangaa oromoo lixxu?

irra ejjattee morma ishee hin kuttuu?

eenyu isheen eenyuisheen daangaa oromoo lixxu?

irra ejjattee morma ishee hin kuttuu?

goraadee hun qarattuu?

enyu isheen?

morma diinaa hin kuttuu?

enyu isheen?

reettiin midhaan fixxe

enyu isheen?

kaatee cuucuu hin jettu?

enyu isheen?

eeboof gaachanakoo

enyu isheen?

qawweenis haadhookoo

enyu isheen?

waardiyyaa dhaabbadhee

enyu isheen?

sin eega biyyakoo

enyu isheen?

daangaa oromoo lixxuu?

irra ejjattee morma ishee hin kuttuu?

enyu isheen enyu isheen daangaa oromoo lixxuu?

irra ejjattee morma ishee hin kuttuu?

irra ejjattee

morma ishee hin kuttuu?

irra ejjattee

morma ishee hin kuttuu?

irra ejjattee

morma ishee hin kuttuu?

irra ejjattee

morma ishee hin kuttuu?

abo!!

wbo koo!

abo!!

wbo koo!

abo!!

wbo koo!

baala adaamii sh_ggoo yaa sarriitii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

baala adaamii sh_ggoo yaa sarriitii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

asii gadi kuunnoo

baala adaamii

harraagessi uummoo

baala adaamii

asii gad hallayyaa

baala adaamii

sodaa eenyuu gallaa?

baala adaamii

qottaaf ille hin qottaa

baala adaamii

babatteekee cabee

baala adaamii

loltaaf ille hin loltaa

baala adaamii

amanteekeen dhabee

baala adaamii

sh_ggo yaa sarriittii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

sh_ggo yaa sarriittii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

eehee eehee

eehee eehee

heennaa dhaabbatteeree?

egaa jaallatteeree?

heennaan hin jiguuree?

egaa sihin dhibuuree?

maal jette jaartiin ganda abbaa disaasaa?

waan jette hin gaabbiin bor amman si gaaffaa

amman xaafii si haamsisaa

amman waasii si waamsisaa

xaafi haamte malee hin galtu

waasii waamte malee hin galtu

xaafi haamte malee hin galtu

meeshaa gatte malee hin galtu

sh_ggo yaa sarriittii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

sh_ggo yaa sarriittii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

loltee dhiira kaftii

baala adaamii

dhiirri xiqii jibbaa

baala adaamii

arraba dheerattii

baala adaamii

gadheen uuruu sombaa

baala adaamii

kaleessa galgalaa

baala adaamii

yaa galgakessituu

baala adaamii

asan jira jettee

baala adaamii

nan jajjabeessituu?

baala adaamii

sh_ggo yaa sarriittii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

sh_ggo yaa sarriittii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

sh_ggo yaa sarriittii

ana hin waamiin dhiiroo gaafa xiiqii

dirmadhaa ijoollee biyya keenya

akkas malee!

كلمات أغنية عشوائية

اهم الاغاني لهذا الاسبوع

Loading...