kalimah.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

ali birra – nin deema كلمات اغاني

Loading...

niin deema niin deema
biyya feeteen dhaqa
niin deema niin deema
biyya feeteen dhaqa
gaara feeteen bahaa
laga feeteen ceeha
deebi’ee arguudhaaf
ija kee bareedaa
si wajjiin dabarsuuf
jiruu kiyya hunda
si wajjiin dabarsuuf
jiruu kiyya hunda

aduun seentee baatus
waanuma keen yaada
aduun seentee baatus
waanuma keen yaada
urjii ji’aa argus jaalala
keen yaada
bona fi ganni
arfaasaa fi birraa
yaadannoo naffidan
jaalala keetirraa
yaadannoo naffidan
jaalala keetirraa
nattimi jaalatoo
kee garaan maal yaada
nattimi jaalatoo
kee garaan maal yaada
osoo wal jaalannu
maaf jiraanna addaan
jabaadhu hiriyyaa koo
obsaan haa jiraannuu
amantiif jaalalaan
abdiin haa eeggannu
amantiif jaalalaan
abdiin haa eeggannu
niin deema niin deema
biyya feeteen dhaqa

niin deema niin deema
biyya feeteen dhaqa
gaara feeteen bahaa
laga feeteen ceeha
deebi’ee arguudhaaf
ija kee bareedaa
si wajjiin dabarsuuf
jiruu kiyya hunda
si wajjiin dabarsuuf
jiruu kiyya hunda

كلمات أغنية عشوائية

اهم الاغاني لهذا الاسبوع

Loading...