kalimah.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

abitew kebede – ijaan na laalte كلمات اغاني

Loading...

ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
sh_ggituun kiyya
an garuu garaan koo baay’isee hawwa
otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
takkittiin kiyya
baala ancootee jaalalootee garaa koo birbir na goote
takkittin kiyya
maal wayya
jaalalliisee baasa baastee
anaan kophaa raattesitee
takkittiin kiyya

ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
sh_ggituun kiyya
an garuu garaan koo baay’isee hawwa
otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
takkittiin kiyya

oduse ifoon nu gute
iji kee kun kan koo tate
sh_ggituun kiyya
mala ga?
nanhanatu jaalale koo
yaseen karuun anan nyaate
sh_ggituun kiyya
ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
sh_ggituun kiyya
an garuu garaan koo baay’isee hawwa
otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
jaalalen kiyya

yaintala qaloo magala
as siiqi bayeen sijala
jaalalen kiyya
sii arkkadhe
sii jedhini kottu nabiira nattu deebi
adarra jaalala

lafa gabba nacco kessa
asifii achi hammrsa olle
sh_ggituun kiyya
mala ga?
torrban haraa hin ollin maaloo
namaa orrmatin walaale
sh_ggitun kiyya

ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
sh_ggittun kiyya
an garuu garaan koo baay’isee hawwa
otoo isiin na bira oolte na gammachifte
jaalalen kiyya
yaa damee toolee yaa damee toolee
yaa damee toolee yaa damee toolee
egaa mall wooyaa yaa sh_gga kiyya
yaa sh_gga naafan yaafana annanii

yaa damee toolee yaa damee toolee
yaa damee toolee yaa damee toolee
egaa mall wooyaa yaa sh_gga kiyya
yaa sh_gga naafan yaafana annanii

otton siiyaduu (tolee)
maf na harrka citaa (tolee)
akka horri cubbu (tolee)
malif facaata (tolee)

otton siiyaduu (tolee)
maf na harrka citaa (tolee)
akka horri cubbu (tolee)
malif facaata (tolee)

otton siiyaduu (tolee)
maf na harrka citaa (tolee)
akka horri cubbu (tolee)
malif facaata (tolee)
yaa sh_gge naafan yaafana annanii
yaa damee toolee yaa damee toolee
yaa damee toolee yaa damee toolee
egaa mall wooyaa yaa sh_gga kiyya
yaa sh_gga naafan yaafana annanii

yaa damee toolee yaa damee toolee
yaa damee toolee yaa damee tooolee
egaa mall wooyaa yaa sh_gga kiyya
yaa sh_gga naafan yaafana annanii

burrqaa jaalala (tolee)
bareedu inntalaa (tolee)
hayyan qabetii (tolee)
qaloo magalaa (tolee)
qalbiin koo dhufee (tolee)
achii oleegalaa (tolee)
hayyan qabetii (tolee)
qaloo magalaa (tolee)
qalbiin koo dhufee (tolee)
achii oleegalaa (tolee)

yaa sh_gga naafan yaafana annanii
yaa damee toolee yaa damee toolee
yaa damee toolee yaa damee tooolee
egaa mall wooyaa yaa sh_gga kiyya
yaa sh_gga naafan yaafana annanii

yaa damee toolee yaa damee toolee
yaa damee toolee yaa damee tooolee
egaa mall wooyaa yaa sh_gga kiyya
yaa sh_gga naafan yaafana annanii
yaa sh_gga naafan yaafana annanii
yaa sh_gga naafan yaafana annanii

كلمات أغنية عشوائية

اهم الاغاني لهذا الاسبوع

Loading...