kalimah.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

abebe abeshu – kumkummee كلمات اغاني

Loading...

dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa

hurrubsituu dibbee dammee tuuta qaama dhaadhi
rambofsituu siglaa dammee qananii isaa qaali
qananiitu intaala dammee doorii raada dooraa
loosha soora bartee dammee waatii abaa booraa

sesseqii kokkolfii tumaa ilkaan keen argaa aha
yaa boonsituu ofii margee yaa haadha margaa
dammee intala biyyaa sii qalbii na yakkaa
xaxabachuu wayyaa dammee k_mk_mmee yoona kaa
xaxabachuu wayyaa dammee k_mk_mmee yoona kaa

dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
horii dallaatti oofnee dammee yammuu sirbaa dhufnuu
akka aadaa biyyaatti dammee yammuu wal faccifnu
gamanaa gamasii dammee yammuttii weeddifnuu
bayyiseen gammada intaloo yammuu wal argannu

mana keessaan booroo iddoo qoommii sanaa aha
lama taanee teenyee muka guddaa jalaa
yoo guddisuuf ta’ee adaa abbootii keenyaa
sirba keenya fixnee intaloo dhaqnee qabdoo teenyaa
sirba keenya fixnee intaloo dhaqnee qabdoo teenyaa

dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa

yaa garbuu salaalee dammee yaa isa bishaan gubbaa
yaa mucaa magaallee dammee yaa ishe gimbii gubbaa
mataa kee gad fili dammee galeen faaqqee tolchaa
maqaa kee natti himi intaloo galeen waamee itti obsaa

yammuu ati sirbituu daabee kee facaaftee
hidhii lamaan gidduun kolfa basaq gootee
k_mk_mmee sirbitee dibbee kee rukuttee
otuun hin yaadatiin intaloo laphee koo na fuutee
otuun hin yaadatiin intaloo laphee koo na fuutee
dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa

hurrubsituu dibbee dammee tuuta qaama dhaadhi
rambofsituu siglaa dammee qananii isaa qaali
qananiitu intaala dammee doorii raada dooraa
loosha soora bartee dammee waatii abaa booraa

sesseqii kokkolfii tumaa ilkaan keen argaa
yaa boonsituu ofii margee yaa haadha margaa
dammee intala biyyaa sii qalbii na yakkaa
xaxabachuu wayyaa dammee k_mk_mmee yoona kaa
xaxabachuu wayyaa dammee k_mk_mmee yoona kaa ohooho

dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
dammee koo daabee tooraa
dammee koo daabee tooraa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa
k_mk_mmeen yoona yoonaa

كلمات أغنية عشوائية

اهم الاغاني لهذا الاسبوع

Loading...