kalimah.top
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

nigusuu tammiraat - askottu asiin jira كلمات الأغنية

Loading...

bishaan addis ababaa ol xuruuramoo
gad xuruura inni
bishaan addis ababaa ol xuruuramoo
gad xuxxuxii na dhungadhu durattoo
maqaa nurra tuulani
as kottuu asiin jira
qallayyoo mudhii foo’a miigiraa

cilaaloo gubbaa ba’ee
qamadii boqojjii
gadi ilaalaa
cilaaloo gubbaa ba’ee
qamadii boqojjii
gadi ilaalaa
dafeen, dhufa
yaa intaalaa
wal irraa f_gaannaan
wal wallaalla
as kottuu asiin jira
arsii asallaa
walakkaan jira

bishaan sh_ggarii gubbaa
irra taa’aani kuula maranii
bishaan sh_ggarii gubbaa
irra taa’aani kuula maranii
magaallee biyya tiyyaa
hin jarjarani suuta barani
as kottuu asiin jira
jimma abbaa jifaar
walakkaan jira
bishaan awaash guutuudha
maaltu hira’atee daaki naan jedhaa
bishaan awaash guutuudha
maaltu hira’atee daaki naan jedhaa
biyya alagaan jira
enyutu beeloftee nyaadhu naan jedha
as kottu asiin jira harargee
dirree walakkaan jira

kaleessa manni gubatee
utuubaa wargee shantu gubatee
kaleessa manni gubatee
utuubaa wargee shantu gubatee
anaan maal godhi jetta
tan sirra bareeddu na fudhate
as kottun asiin jira
harargee habroo walakkaan jira

bishaan waabe sabaalee
nan daaka moo milla kootin kutuu
bishaan waabe sabaalee
nan daaka moo milla kootin kutuu
farda keettin gulufattee
maa dhuftee ijakeetin naa hin mil’attu
as kottu assin jira baalee gobbaa
roobee walakkaan jira
as kottuu asiin jira
qallayyoo mudhii foo’a miigiraa

as kottuu asiin jira
arsii asallaa
walakkaan jira

as kottu assin jira baalee gobbaa
roobee walakkaan jira

كلمات أغنية عشوائية

كلمات الأغاني الشهيرة

Loading...