
haacaaluu hundessaa - kan si dinqu كلمات أغنية
siif jiraadhee du’uun koo
silaa waan hin oollee
silaa waan hin oollee
gaariif hammeenya kee
waliisaan wallaalee
waliisaan wallaalee
anaan na qabattee
anaan na qabattee
maaf anaan na miitaa
beekta anaan anatuu silaa
jiruu keef jiraataa
anaan na qabattee
maaf anaan na miitaa
beekta anaan anatuu silaa
jiruu keef jiraataa
kanan gaabbu kan na aarsuu
awwaalamaan dhabduu ta’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
bifum tokkoon meeqaan du’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
awwaalamaan dhabduu ta’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
bifum tokkoon meeqaan du’ee
kan si dinqu maqaa keetinan
fira faana gar gar bahee
lammii kootin gar gar bahee
kan si dinquu si filadhus
yaanni kan kee yoom naaf ta’ee
ofittummaan kee sumaaf ta’ee
kan si dinquu kan si dinquu
awwaalaman dhabduu ta’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
bifum tokkoon meeqan du’ee
bifum tokkoon meeqan du’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
awwaalamaan dhabduu ta’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
bifum tokkoon meeqaan du’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
awwaalamaan dhabduu ta’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
bifum tokkoon meeqaan du’ee
garummaa kee kanatu
hammeenya kee kanatu egaa
yoom ifa naaf ta’aa
bifa tokkoon qofa maaloo
an meeqan siif du’aa
bifa tokkoon qofa maaloo
an meeqan siif du’aa
bifa tokkoon qofa maaloo
an meeqan siif du’aa
bifa tokkoon qofa maaloo
an meeqan siif du’aa
otoo naaf milkaayee
otoo naaf milkaayee
an fira koo kiisee
dhiifamasaanii argadhee
otoon sirraa gar gar bahee
otoo naaf milkaayee
si wajjiin jiraachuun natti hafee
otoon lammii kootti makamee
isan du’ee du’aa ka’ee!
kanan gaabbu kan na aarsuu
awwaalamaan dhabduu ta’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
bifum tokkoon meeqaan du’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
awwaalamaan dhabduu ta’ee
kanan gaabbu kan na aarsuu
bifum tokkoon meeqaan du’ee
كلمات أغنية عشوائية
- richter & shox - 2 welten كلمات أغنية
- saphireofficiel - insomnie [freestyle version] كلمات أغنية
- jason suarez - ghost كلمات أغنية
- tboismoke - memories كلمات أغنية
- hekler & gladez - 404 (moore kismet remix) [final mix] كلمات أغنية
- adam jlss - euphoria كلمات أغنية
- lvyson - emptypillbottles كلمات أغنية
- kid koa - donald trump كلمات أغنية
- epmd - get the bozack (1999 version) كلمات أغنية
- médine - l'homme qui répare les femmes كلمات أغنية