
andualem gosa - loltuu كلمات أغنية
ani loltuu biyyaa
biyyaa daangaa ga’u
shokokii yaadakeefi
har’a onneen dhuka’u
akka baraa malee
akki garaa hin jiru
dhiiga jaalalaatu
bar hinqabu biluu
dhaalee onnee abbiyyoo
kan sh_ttoon baarudaa
qe’ee hambisee adiyyoo
diina raasaa hudhaa
joora, nan jaawwaraa
ilmi maqaa hin gatu
waraana yaada keet’
dirreen na moo’atu
faachi keetumaa faachi keetumaa faachi keetuma kee
moo’ichi dhumaa moo’ichi dhumaa moo’ichi dhumaa kee
biyyi koo tokko ati naaf tokko koo garaan lama ta’e
dhiifaman gaaffa nagaroon dhaapha biyyi osoo nama ta’e
sin yaadaa koon beekaa
na yaaddaan abdadha
biyyoon biyyaa taanaan
tarii sin argadha
nan dhufaa siin jedhe
siif hin kennu abdii
beeki lubbuun loltuu
ayyaana urjii qabdi
yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
jimmaa jedhi mee jimmiitee
tasa iji yoo wal argite
jimmaa jedhi mee jimmiitee
tasa iji yoo wal argite
koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
na awwaallatta, biyya gaafadhu
koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
na awwaallatta, risaa gaafadhu
ani loltuu biyyaa
biyyaa daangaa ga’u
shokokii yaadakeefi
har’a onneen dhuka’u
akka baraa malee
akki garaa hin jiru
dhiiga jaalalaatu
bar hinqabu biluu
dhaalee onnee abbiyyoo
kan sh_ttoon baarudaa
qe’ee hambisee adiyyoo
diina raasaa hudhaa
joora, nan jaawwaraa
ilmi maqaa hin gatu
waraana yaada keet’
dirreen na moo’atu
faachi keetumaa faachi keetumaa faachi keetuma kee
moo’ichi dhumaa moo’ichi dhumaa moo’ichi dhumaa kee
biyyi koo tokko ati naaf tokko koo garaan lama ta’e
dhiifaman gaaffa nagaroon dhaapha biyyi osoo nama ta’e
sin yaadaa koon beekaa
na yaaddaan abdadha
biyyoon biyyaa taanaan
tarii sin argadha
nan dhufaa siin jedhe
siif hin kennu abdii
beeki lubbuun loltuu
ayyaana urjii qabdi
yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
yookiin ni baati, yoo ruudni caameewoo
yookiin ni hafti, roobee garmaameewoo
jimmaa jedhi mee jimmiitee
tasa iji yoo wal argite
jimmaa jedhi mee jimmiitee
tasa iji yoo wal argite
koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
na awwaallatta, biyya gaafadhu
koo afuurri badnaan, afaan baafadhuu
na awwaallatta, risaa gaafadhu
كلمات أغنية عشوائية
- dro kenji - dreaming all day* كلمات أغنية
- balaji dake - meka dekhani poster كلمات أغنية
- norazo(노라조) - 빵 (bread) [future bass, trap mix ver.] - zero nimo remix كلمات أغنية
- james parm - doing time كلمات أغنية
- dosman - j'ai pas le time كلمات أغنية
- keem scorpio - i want you be mines كلمات أغنية
- cowboysquad - cappio al collo كلمات أغنية
- y s o - gather around كلمات أغنية
- burna boy - before كلمات أغنية
- big lax - flclimax! كلمات أغنية